Uumama 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Maqaan laga isa lammaffaas Giihon, innis guutummaa biyya Kuushitti naanna'ee in yaa'a. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Maqaan isa lammaffaa Giihooni; innis guutummaa lafa Itoophiyaatti naannaʼee yaaʼa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 መቃን እሰ ለመፋ ጊሆን፤ እንስ ጉቱማ ለፈ እቶጵያት ናነኤ ያአ። See the chapter |