Uumama 2:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Iddoo dhaabaa sana obaasuudhaaf Eeden keessaa bishaan in burqe; bishaanichis achii ba'ee, gargar hiramee laga afur in ta'e. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Lagni iddoo biqiltuu sana obaasu tokkos Eeden keessaa burqa ture; lagni sun Eedenii kaʼee gargar baʼee laga afur taʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ለግን እዶ ብቅልቱ ሰነ ኦባሱ ቶኮስ ኤዴን ኬሳ ቡርቀ ቱሬ፤ ለግን ሱን ኤዴኒ ከኤ ገርገር በኤ ለገ አፉር ተኤ። See the chapter |