Online Bible

- Advertisements -




Uumama 1:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Waaqayyo,<<Horaa, baay'adhaa, bishaanota galaanaas guutaa, simbirroonni, allaattonnis lafa irratti haa baay'atan!>> jedhee isaan in eebbise.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 Waaqnis, “Horaa; baayʼadhaa; bishaan galaanotaas guutaa; simbirroonnis lafa irratti haa baayʼatan” jedhee isaan eebbise.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 ዋቅንስ፣ “ሆራ፤ ባይአዻ፤ ብሻን ገላኖታስ ጉታ፤ ስምብሮትንስ ለፈረት ሃባይአተን” ጄዼ እሳን ኤብሴ።

See the chapter Copy




Uumama 1:22

Follow us:

Advertisements


Advertisements