Roomaa 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Akka qulqullummaa isaa isa hafuuraatti immoo, warra du'an keessaa ka'uudhaan Yesus Kristos gooftaan keenya ilma Waaqayyoo ta'uun isaa humnaan beeksifameera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 akka Hafuura qulqullummaatti immoo warra duʼan keessaa kaʼuu isaatiin Ilma Waaqaa humna qabeessa taʼuun isaa labsamee dha; innis Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አከ ሀፉረ ቁልቁሉማትሞ ወረ ዱአን ኬሳ ከኡሳቲን እልመ ዋቃ ሁምነ ቀቤሰ ተኡንሳ ለብሰሜዸ፤ እንስ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ። See the chapter |