Roomaa 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Wangeelli kun isa Waaqayyo duraan dursee karaa raajota isaatii caaffata qulqullaa'aa keessatti abdachiisee dha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Wangeelli kunis kan Waaqni duraan dursee karaa raajota isaatiin Katabbiiwwan Qulqulluu keessatti waadaa galee dha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ወንጌል ኩንስ ከን ዋቅን ዱራን ዱርሴ ከራ ራጆተሳቲን ከተቢወን ቁልቁሉ ኬሰት ዋዳ ገሌዸ። See the chapter |