Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 4:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Waan hundumaatti, kadhataa fi himataan galataa wajjin wanti isin barbaachisu Waaqayyo duratti akka beekamu godhaa malee, waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatinaa*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Waan hundumaa keessatti Waaqa kadhachuu fi waammataan, galata wajjinis gaaffii keessan Waaqatti dhiʼeeffadhaa malee waan tokko illee hin yaaddaʼinaa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ዋን ሁንዱማ ኬሰት ዋቀ ከዸቹፊ ዋመታን፣ ገለተ ወጅንስ ጋፊኬሰን ዋቀት ዽኤፈዻ መሌ ዋን ቶኮሌ ህንያደእና።

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 4:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements