Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 3:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Dhuguma iyyuu gooftaa koo Kristos Yesusin beekuun hundumaa irra waan caaluuf, ani waan hundumaa akka waan gatameetti nan lakkaa'a; Kristosin bu'aa koo godhachuudhaaf kun hundinuu anaaf waan gatame ta'eera; akka kosiittis isa lakkaa'eera*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Dhugumaanuu sababii Gooftaa koo Kiristoos Yesuus isa waan hundumaa caalu sana beekuutiif ani waan hundumaa akka waan gatii hin qabneetti nan ilaala. Ani isaaf jedhee waan hundumaa dhabeera; Kiristoosin argachuufis waan hundumaa akka kosiitti nan ilaala;

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ዹጉማኑ ሰበቢ ጎፍታኮ ክርስቶስ ዬሱስ እሰ ዋን ሁንዱማ ጫሉ ሰነ ቤኩቲፍ አን ዋን ሁንዱማ አከ ዋን ገቲ ህንቀብኔት ነንእላለ። አን እሳፍ ጄዼ ዋን ሁንዱማ ዸቤረ፤ ክርስቶስን አርገቹፍስ ዋን ሁንዱማ አከ ኮሲት ነንእላለ፤

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 3:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements