ፊልጵስዩስ 3:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Seera sanaaf hinaafuu irraa kan ka'e waldaa amantootaa ari'achaan ture; qajeelummaan seericha eeguudhaan in argama utuu ta'ee, ani isatti mudaa hin qabun ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 waaʼee hinaaffaa, ani waldaa kiristaanaa ariʼachaan ture; waaʼee qajeelummaa seera eeguun argamuus ani mudaa hin qabu ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋኤ ህናፋ፣ አን ወልዳ ክርስታና አርአቻን ቱሬ፤ ዋኤ ቀጄሉማ ሴረ ኤጉን አርገሙስ አን ሙዳ ህንቀቡ ቱሬ። See the chapter |