ፊልጵስዩስ 3:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Kana irraa kan hafes yaa obboloota ko, gooftaatti gammadaa! Wanta ani kanaan dura isiniif caafe caalaatti isiniif cimsuudhaaf, keessa deebi'ee isiniif caafuun ana hin dhibu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Dhuma irrattis yaa obboloota ko, Gooftaatti gammadaa! Ani waanuma kanaan duraa irra deebiʼee isinii barreessuun na hin dhibu; kun isiniif eegumsa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ዹመረትስ ያ ኦቦሎተኮ፣ ጎፍታት ገመዳ! አን ዋኑመ ከናን ዱራረ ዴብኤ እስኒ በሬሱን ነ ህንዽቡ፤ ኩን እስኒፍ ኤጉምሰ። See the chapter |