ፊልጵስዩስ 2:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Warri kaan hundinuu waan Yesus Kristositti tolu utuu hin ta'in, waan ofii isaaniitti toluuf in dhimmu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Sababiin isaas warri kaan hundi utuu fedhii Yesuus Kiristoosiif hin taʼin fedhii mataa isaaniitiif yaaduutii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ሰበቢንሳስ ወር ካን ሁንድ ኡቱ ፌዺ ዬሱስ ክርስቶሲፍ ህንተእን ፌዺ መታሳኒቲፍ ያዱቲ። See the chapter |