ፊልጵስዩስ 2:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Ani nama akka kootti garaa qulqulluudhaan waa'ee keessaniif yaadu isa malee hin qabu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Ani nama biraa kan akka isaa waaʼee keessan garaa qulqulluun yaadu tokko illee hin qabu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 አን ነመ ብራ ከን አከሳ ዋኤኬሰን ገራ ቁልቁሉን ያዱ ቶኮሌ ህንቀቡ። See the chapter |