ፊልጵስዩስ 2:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Isinis immoo akkasuma gammaduun, gammachuu keessanis anaa wajjin hirmaachuun isin irra jira*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Kanaafuu isinis na wajjin gammaduu fi ililchuu qabdu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ከናፉ እስንስ ነ ወጅን ገመዱፊ እልልቹ ቀብዱ። See the chapter |