ፊልጵስዩስ 2:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Ijoollee Waaqayyoo warra waan ittiin komataman hin qabne, warra mudaa, haxxummaas hin qabne akka taataniif, isinis dhaloota micciiramaadhaa fi karaa irraa kaate gidduutti biyya lafaa irratti akka ibsaa in ibsitu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 kunis akka isin dhaloota micciiramaa fi jalʼaa kana gidduutti akkuma ifaa addunyaa keessatti ibsitaniif, akka warra mudaa hin qabnee fi qulqullaaʼoo, ijoollee Waaqaa warra yakka hin qabnes taataniif, See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ኩንስ አከ እስን ዸሎተ ምጪረማፊ ጀልኣ ከነ ግዱት አኩመ እፋ አዱኛ ኬሰት እብስተኒፍ፣ አከ ወረ ሙዳ ህንቀብኔፊ ቁልቁላኦ፣ እጆሌ ዋቃ ወረ የከ ህንቀብኔስ ታተኒፍ፣ See the chapter |