ፊልጵስዩስ 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Kadhata koo keessattis guyyaa duraatii jalqabdanii hamma har'aatti hojii wangeelaa keessaa waan qabaattaniif, Waaqayyoon nan galateeffadha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 isin guyyaa jalqabaatii hamma ammaatti wangeela lallabuu keessatti hirmaattaniirtuutii; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እስን ጉያ ጀልቀባቲ ሀመ አማት ወንጌለ ለለቡ ኬሰት ህርማተኒርቱቲ፤ See the chapter |