ፊልጵስዩስ 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya Yesus Kristos ayyaana, nagaas isiniif haa kennu*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Abbaa keenya Waaqaa fi Yesuus Kiristoos Gooftaa biraa ayyaannii fi nagaan isiniif haa taʼu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አባኬኘ ዋቃፊ ዬሱስ ክርስቶስ ጎፍታ ብራ አያኒፊ ነጋን እስኒፍ ሃተኡ። See the chapter |