ፊልጵስዩስ 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Obboloota ko! Wanti ana irra ga'e kun wangeela bal'isuuf ba'eessa godhee hojjechuu isaa akka beektan nan barbaada*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Yaa obboloota, wanti narra gaʼe kun dhugumaan wangeela babalʼisuuf gargaaruu isaa akka beektan nan barbaada. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ያ ኦቦሎተ፣ ወንት ነረ ገኤ ኩን ዹጉማን ወንጌለ በበልእሱፍ ገርጋሩሳ አከ ቤክተን ነንበርባደ። See the chapter |