Mulʼata 2:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Ati obsaan akka dandeessu, maqaa kootiif jettees akka baattu, kanas akka ati hin dadhabin ani beeka. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Ati maqaa kootiif jettee obsaan dhaabatteerta; rakkina obsiteerta; hin dadhabnes. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አት መቃኮቲፍ ጄቴ ኦብሳን ዻበቴርተ፤ ረክነ ኦብስቴርተ፤ ህንደዸብኔስ። See the chapter |