Mulʼata 2:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Inni siiqqee sibiilaatiin saba sana in tiksa, akka qodaa suphees isaan in hurreessa*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 ‘Inni bokkuu sibiilaatiin isaan bulcha; akkuma qodaa supheettis isaan hurreessa;’ kunis akkuma ani itti Abbaa koo biraa taayitaa argadhe sanaan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ‘እን ቦኩ ስቢላቲን እሳን ቡልቸ፤ አኩመ ቆዳ ሱጴትስ እሳን ሁሬሰ፤’ ኩንስ አኩመ አን እት አባኮ ብራ ታይታ አርገዼ ሰናን። See the chapter |