Mulʼata 2:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 ?Tiyaatiraa keessaa, warri haftan immoo, barsiisa kanatti warri hin qabamin, isa warri kaan, ?Dhoksaa Seexanaa isa gad fagoo dha? jedhanis warri hin barin, ba'aa kan biraa isin irra hin kaa'u, isiniin nan jedha. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Isin warra Tiyaatiraa keessa jiraattan kanneen barsiisa ishee duukaa hin buʼinii fi warra barsiisa Seexanaa kan dhoksaa gad fagoo jedhamu sana hin baratiniin akkana nan jedha; ‘Ani baʼaa biraa isinitti hin feʼu; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 እስን ወረ ትያትራ ኬሰ ጅራተን ከኔን በርሲሰሼ ዱካ ህንቡእኒፊ ወረ በርሲሰ ሴጠና ከን ዾክሳ ገድ ፈጎ ጄዸሙ ሰነ ህንበረትኒን አከነ ነንጄዸ፤ ‘አን በኣ ብራ እስንት ህንፌኡ፤ See the chapter |