Mulʼata 2:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Ijoollee ishees dha'ichaan nan ajjeesa; kanaanis waldoonni kristiiyaanaa hundinuu, inni yaada namaa fi garaa namaa fonqolchu ana ta'uu isaa beekuuf jiru. Ani immoo tokkon tokkon keessaniif akka hojii isaatiitti kennuufan jira*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Ijoollee ishee immoo dhaʼichaan nan ajjeesa. Waldoonni kiristaanaa hundinuus akka ani kalee fi onnee qoru ni beeku; anis tokkoo tokkoo keessaniif akkuma hojii keessaniitti gatii keessan isinii nan kenna. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 እጆሌሼሞ ዸእቻን ነንአጄሰ። ወልዶትን ክርስታና ሁንድኑስ አከ አን ከሌፊ ኦኔ ቆሩ ንቤኩ፤ አንስ ቶኮ ቶኮኬሰኒፍ አኩመ ሆጂኬሰኒት ገቲኬሰን እስኒ ነንኬነ። See the chapter |