Mulʼata 2:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Garuu dubartittii Izaabel jedhamtu, ishee ?Ani raajii dha? ofiin jettee barsiiftu, ishee hojjetoonni koos gaalamootummaatti akka jiraatan, qalma waaqayyolii tolfamaniif dhi'aate akka nyaataniif wallaalchisaa jirtu, calluma jettee dhiisuu kee kana si irratti argadheera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Haa taʼuu malee sababii ati dubartittii raajii ofiin jettu Iizaabelin calʼiftee ilaaltuuf ani waan sirraa jibbu xinnoo qaba. Isheenis barsiisa isheetiin tajaajiltoota koo gowwoomsitee akka isaan halalummaa hojjetanii fi akka isaan nyaata waaqota tolfamoof aarsaa dhiʼeeffame nyaatan gooti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ሃተኡ መሌ ሰበቢ አት ዱበርትቲ ራጂ ኦፊን ጄቱ ኢዛቤልን ጨልእፍቴ እላልቱፍ አን ዋን ስራ ጅቡ ጥኖ ቀበ። እሼንስ በርሲሰሼቲን ተጃጅልቶተኮ ጎዎምስቴ አከ እሳን ሀለሉማ ሆጄተኒፊ አከ እሳን ኛተ ዋቆተ ቶልፈሞፍ ኣርሳ ዽኤፈሜ ኛተን ጎት። See the chapter |