Mulʼata 2:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Ergichi, ?Hojii kee, wanta ati itti dadhabdu, obsaan danda'uu kees, namoota hamoota immoo calluma jettee akka ati hin dhiifne, warra ergamoota utuu hin ta'in ?Nuyi ergamoota? ofiin jedhan qortee ilaaltee sobduu ta'uu isaanii akka argites, ani beeka*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Ani hojii kee, dadhabbii keetii fi obsaan dhaabachuu kee beeka. Akka ati calʼiftee namoota hamoo hin dhiifne, warra utuu ergamoota hin taʼin ergamoota ofiin jedhan qortee akka isaan sobduu taʼan mirkaneessites nan beeka. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አን ሆጂኬ፣ ደዸቢኬቲፊ ኦብሳን ዻበቹኬ ቤከ። አከ አት ጨልእፍቴ ነሞተ ሀሞ ህንዺፍኔ፣ ወረ ኡቱ ኤርገሞተ ህንተእን ኤርገሞተ ኦፊን ጄዸን ቆርቴ አከ እሳን ሶብዱ ተአን ምርከኔስቴስ ነንቤከ። See the chapter |