Online Bible

- Advertisements -




Mulʼata 2:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 ?Gara ergamaa waldaa Tiyaatiraatti, ?Ergaan kun, kan ilma Waaqayyoo isa ija akka barbadaa ibiddaa qabuu, isa miilli isaa akka sibiila diimaa isa boolla ibiddaa keessatti baqfamee ifu ta'ee ti? jedhii caafi*!?

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 “Ergamaa Waaqaa kan Waaqaa kan waldaa Kiristaanaa Tiyaatiraatti akkana jedhii barreessi: Ilmi Waaqaa inni iji isaa arraba ibiddaa fakkaatu, kan miilli isaa immoo naasii baqfamee qulqulleeffame fakkaatu sun akkana jedha.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 “ኤርገማ ዋቃ ከን ወልዳ ክርስታና ትያትራት አከነ ጄዺ በሬስ፦ እልም ዋቃ እን እጅሳ አረበ እብዳ ፈካቱ፣ ከን ሚልሳሞ ናሲ በቅፈሜ ቁልቁሌፈሜ ፈካቱ ሱን አከነ ጄዸ።

See the chapter Copy




Mulʼata 2:18

Follow us:

Advertisements


Advertisements