Online Bible

- Advertisements -




Mulʼata 2:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Garuu wanta muraasa si irratti argadheera; namoota warra barsiisa Bala'aamitti qabamanii jiran achii qabda. Balaaq ijoollee Israa'el dura gufuu kaa'ee, qalma waaqayyolii tolfamaniif dhi'aate akka nyaatanii fi, gaalamootummaatti akka jiraatan gochuu Bala'aamtu barsiisee ture*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Haa taʼuu malee sababii ati namoota barsiisa Balaʼaam duukaa buʼan achii qabduuf ani waan sirraa jibbu xinnoo qaba; namni akka inni saba Israaʼel dura gufuu kaaʼee akka isaan nyaata waaqota tolfamoof aarsaa dhiʼeeffame nyaatanii fi akka isaan halalummaadhaan jiraatan godhuuf jedhee Baalaaqin barsiise Balaʼaam tureetii.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ሃተኡ መሌ ሰበቢ አት ነሞተ በርሲሰ በለኣም ዱካ ቡአን አቺ ቀብዱፍ አን ዋን ስራ ጅቡ ጥኖ ቀበ፤ ነምን አከ እን ሰበ እስራኤል ዱረ ጉፉ ካኤ አከ እሳን ኛተ ዋቆተ ቶልፈሞፍ ኣርሳ ዽኤፈሜ ኛተኒፊ አከ እሳን ሀለሉማዻን ጅራተን ጎዹፍ ጄዼ ባላቅን በርሲሴ በለኣም ቱሬቲ።

See the chapter Copy




Mulʼata 2:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements