Mulʼata 2:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Dhiphina isa sitti dhufuuf jiru hin sodaatin! Kunoo Seexanni, akka isin qoramtanii ilaalamtaniif, isin keessaa kaan mana hidhaatti akka galfamtan gochuuf jedha; guyyaa kudhaniif rakkina argachuuf jirtu; du'a yoo sitti fide iyyuu, ati hamma du'aatti amanamaa ta'i! Ani immoo gonfoo ittiin jireenya argatan siifan kenna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Dhiphina sirra gaʼuuf jiru hin sodaatin. Kunoo, akka qoramtaniif diiyaabiloos isin keessaa namoota tokko tokko mana hidhaatti ni galcha. Guyyaa kudhanis ni dhiphattu. Ati hamma duʼaatti amanamaa taʼi; ani gonfoo jireenyaa siifin kennaatii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ዽጵነ ስረ ገኡፍ ጅሩ ህንሶዳትን። ኩኖ፣ አከ ቆረምተኒፍ ዲያብሎስ እስን ኬሳ ነሞተ ቶኮ ቶኮ መነ ህዻት ንገልቸ። ጉያ ኩዸንስ ንዽጰቱ። አት ሀመ ዱኣት አመነማ ተእ፤ አን ጎንፎ ጅሬኛ ሲፍን ኬናቲ። See the chapter |