Mulʼata 2:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 ?Gara ergamaa waldaa Efesoonitti, ?Ergaan kun kan isa harka isaa mirgaatiin urjoota torban qabee, baattuu ibsaa torban gidduu deddeebi'uu ti? jedhii caafi!*? See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 “Ergamaa Waaqaa kan waldaa kiristaanaa Efesoonitti akkana jedhii barreessi: Inni urjiiwwan torba harka isaa mirgaatti qabatee baattuuwwan ibsaa kanneen warqee irraa hojjetaman gidduu deddeebiʼu sun akkana jedha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 “ኤርገማ ዋቃ ከን ወልዳ ክርስታና ኤፌሶንት አከነ ጄዺ በሬስ፦ እን ኡርጂወን ቶርበ ሀርከሳ ምርጋት ቀበቴ ባቱወን እብሳ ከኔን ወርቄራ ሆጄተመን ግዱ ዴዴብኡ ሱን አከነ ጄዸ። See the chapter |