Mulʼata 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Kunoo! Inni duumessaa wajjin dhufuuf jira; iji hundinuu isa ilaaluuf jiru, warri isa waraananis immoo isa arguuf jiru; gossi nama lafa irraa hundinuu isaaf in wawwaatu; eyyee akkasuma in ta'a*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 “Kunoo, inni duumessa wajjin dhufa; iji hundinuu, warri isa waraanan iyyuu isa ni argu;” saboonni lafaa hundinuus “sababii isaatiif ni wawwaatu.” Akkasuma taʼa! Ameen. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 “ኩኖ፣ እን ዱሜሰ ወጅን ዹፈ፤ እጅ ሁንድኑ፣ ወር እሰ ወራነንዩ እሰ ንአርጉ፤” ሰቦትን ለፋ ሁንድኑስ “ሰበቢሳቲፍ ንወዋቱ።” አከሱመ ተአ! አሜን። See the chapter |