Online Bible

- Advertisements -




Mulʼata 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Ani Yohannis, waldoota kristiiyaanaa torban kutaa biyya Asiyaa keessa jirtaniif kana caafuu koo ti. ?Ayyaanni, nagaanis Waaqayyo isa jiru, isa ture, isa dhufuuf jiru biraa, hafuurota torban teessoo isaa dura jiran biraa*,

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Yohannis irraa, Gara waldoota kiristaanaa kanneen biyya Asiyaa keessa jiran torbaniitti: Isa jiru, isa ture, Isa dhufuuf jiruu fi Hafuurota torban fuula teessoo isaa dura jiran irraa,

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ዮሀንስራ። ገረ ወልዶተ ክርስታና ከኔን ብየ አስያ ኬሰ ጅረን ቶርበኒት፤ እሰ ጅሩ፣ እሰ ቱሬ፣ እሰ ዹፉፍ ጅሩፊ ሀፉሮተ ቶርበን ፉለ ቴሶሳ ዱረ ጅረንራ፣

See the chapter Copy




Mulʼata 1:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements