Luqaas 8:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Kaan garuu biyyoo gaarii keessa bu'an; biqilanii, guddataniis tokkon tokkon isaanii dachaa dhibba ija godhatan? jedhe. Yesus sagalee isaa ol fuudhee, ?Gurra ittiin dhaga'u kan qabu haa dhaggeeffatu!? jedheen*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Ammas sanyiin kaan biyyoo gaarii irra buʼe. Ni biqile; ijas dachaa dhibba naqate.” Innis yommuu waan kana dubbatetti lallabee, “Namni gurra dhagaʼu qabu haa dhagaʼu” jedhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አመስ ሰኚን ካን ብዮ ጋሪረ ቡኤ። ንብቅሌ፤ እጀስ ደቻ ዽበ ነቀቴ።” እንስ ዮሙ ዋን ከነ ዱበቴት ለለቤ፣ “ነምን ጉረ ዸገኡ ቀቡ ሃዸገኡ” ጄዼ። See the chapter |