Luqaas 8:50 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo50 Yesus garuu kana dhaga'ee Yaayirosiin, ?Hin sodaatin, amani duwwaa! Isheenis in fayyiti? jedheen. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa50 Yesuus garuu yommuu dhagaʼetti Yaaʼiiroosiin, “Amani malee hin sodaatin; isheen ni fayyitii” jedhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ50 ዬሱስ ገሩ ዮሙ ዸገኤት ያኢሮሲን፣ “አመን መሌ ህንሶዳትን፤ እሼን ንፈይቲ” ጄዼ። See the chapter |