Luqaas 8:46 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo46 Yesus garuu, ?Lakkii, namni na tuqe jira, humni fayyisu akka na biraa ba'e anatti dhaga'ameera? jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa46 Yesuus garuu, “Namni wayii na tuqeera; ani akka humni na keessaa baʼe nan beekaa” jedhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ46 ዬሱስ ገሩ፣ “ነምን ወዪ ነ ቱቄረ፤ አን አከ ሁምን ነ ኬሳ በኤ ነንቤካ” ጄዼ። See the chapter |