Luqaas 8:43 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo43 Kana gidduus dubartiin tokko turte. Isheen waggaa kudha lamaaf dhiigni ishee dhaabachuu diduudhaan rakkachaa turte, ogeessota qorichaa biras dhaquudhaan horii ishee hundumaa fixe; haa ta'u iyyuu malee, namni tokko ishee fayyisuu hin dandeenye. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa43 Dubartiin dhiigni ishee waggaa kudha lama dhangalaʼaa ture tokkos achi turte; garuu namni tokko iyyuu ishee fayyisuu hin dandeenye. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ43 ዱበርቲን ዺግንሼ ወጋ ኩዸ ለመ ዸንገለኣ ቱሬ ቶኮስ አች ቱርቴ፤ ገሩ ነምን ቶኮዩ እሼ ፈይሱ ህንደንዴኜ። See the chapter |