Luqaas 8:41 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo41 Keessumaa immoo, geggeessituun mana sagadaa tokko, Yaayiros kan jedhamu dhufee, miilla Yesus jalatti kufee, gara mana isaatii akka dhaquuf kadhate. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa41 Namichi Yaaʼiiros jedhamu, bulchaan mana sagadaa tokko dhufee miilla Yesuus irratti kufee akka inni mana isaa dhaqu isa kadhate; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ41 ነምች ያኢሮስ ጄዸሙ፣ ቡልቻን መነ ሰገዳ ቶኮ ዹፌ ሚለ ዬሱስረት ኩፌ አከ እን መነሳ ዸቁ እሰ ከዸቴ፤ See the chapter |