Luqaas 8:40 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo40 Yeroo Yesus bishaan ciisaa gamatti deebi'etti, tuuti jaraa isa siman; hundumti isaanii isa egaa turani'o. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa40 Yommuu Yesuus deebiʼetti namoonni baayʼeen isa simatan. Hundi isaanii isa eeggachaa turaniitii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ40 ዮሙ ዬሱስ ዴብኤት ነሞትን ባይኤን እሰ ስመተን። ሁንድሳኒ እሰ ኤገቻ ቱረኒቲ። See the chapter |