Luqaas 8:39 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo39 ?Mana keetti deebi'i waan Waaqayyo siif godhes himi!? ittiin jedhe. Namichi yommus Yesus biraa deebi'ee, guutummaa mandarichaa keessa naanna'ee waan inni godheef dhugaa ba'e*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa39 “Mana keetti deebiʼiitii wanni Waaqni siif godhe hammam guddaa akka taʼe odeessi.” Namichis dhaqee wanni Yesuus isaaf godhe hammam guddaa akka taʼe magaalaa sana hunda keessatti odeesse. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ39 “መነኬት ዴብኢቲ ወን ዋቅን ሲፍ ጎዼ ሀመም ጉዳ አከ ተኤ ኦዴስ።” ነምችስ ዸቄ ወን ዬሱስ እሳፍ ጎዼ ሀመም ጉዳ አከ ተኤ መጋላ ሰነ ሁንደ ኬሰት ኦዴሴ። See the chapter |