Luqaas 8:34 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo34 Warri booyyee tiksan waan ta'e yommuu argan baqatanii, warra mandara keessaa fi warra biyyaattis odeessan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa34 Warri booyyeewwan tiksan sunis yommuu waan taʼe sana arganitti, baqatanii magaalaa fi baadiyyaatti waan kana odeessan; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ34 ወር ቦዬወን ትክሰን ሱንስ ዮሙ ዋን ተኤ ሰነ አርገንት፣ በቀተኒ መጋላፊ ባድያት ዋን ከነ ኦዴሰን፤ See the chapter |