Luqaas 8:33 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo33 Kanaafis hafuuronni hamoonni namicha keessaa ba'an, booyyota sanatti waan galaniif, hoomaan sun hundinuu hallayaa irraa harootti gad konkolaatanii, liqimfaman. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa33 Yommuu hafuuronni hamoon sun namicha keessaa baʼanii booyyeewwanitti galanitti, hoomaan sun ededa hallayyaa irraa gad furguggifamee galaanatti namʼee liqimfame. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ33 ዮሙ ሀፉሮትን ሀሞን ሱን ነምቸ ኬሳ በአኒ ቦዬወንት ገለንት፣ ሆማን ሱን ኤዴደ ሀለያራ ገድ ፉርጉግፈሜ ገላነት ነምኤ ልቅምፈሜ። See the chapter |