Luqaas 8:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Yo'anaa haadha manaa Kuuzaa, isa mana eegduu Herodis ture; Susanaa, baay'eenis kan biraa turan. Isaan immoo qabeenya isaaniitiin Yesusii fi bartoota isaatiif in hojjetu turan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Yohaanaa niitii Kuuzaa isa eegduu mana Heroodis turee, Suusanaa fi dubartoota biraa baayʼee turan. Dubartoonni kunneenis waan qabaniin Yesuusii fi barattoota isaa tajaajilaa turan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዮሃና ኒቲ ኩዛ እሰ ኤግዱ መነ ሄሮድስ ቱሬ፣ ሶስናፊ ዱበርቶተ ብራ ባይኤ ቱረን። ዱበርቶትን ኩኔንስ ዋን ቀበኒን ዬሱሲፊ በረቶተሳ ተጃጅላ ቱረን። See the chapter |