Luqaas 8:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Yesus qarqara bishaaniitti yommuu bu'etti, kunoo namni mandara sanaa, hafuuronni hamoonni keessa turan tokko itti dhufe. Namichi yeroo dheeraadhaa jalqabee qullaa isaa in adeema, awwaalota gidduu jiraata malees, manatti hin galu ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Yommuu Yesuus qarqara galaanaatti buʼettis namichi magaalaa sanaa kan hafuura hamaadhaan qabamee ture tokko isatti dhufe. Namichi kun yeroo dheeraadhaaf uffata hin uffatu ture; awwaala gidduu jiraata malee mana keessa hin jiraatu ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ዮሙ ዬሱስ ቀርቀረ ገላናት ቡኤትስ ነምች መጋላ ሰና ከን ሀፉረ ሀማዻን ቀበሜ ቱሬ ቶኮ እሰት ዹፌ። ነምች ኩን ዬሮ ዼራዻፍ ኡፈተ ህንኡፈቱ ቱሬ፤ አዋለ ግዱ ጅራተ መሌ መነ ኬሰ ህንጅራቱ ቱሬ። See the chapter |