Luqaas 8:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Bidirichaan gara kutaa biyya Gergeessaatti ce'an; innis fuullee Galiilaa ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Isaanis gara biyya Gergeesenoon ishee galaanaan gama fuullee Galiilaatti argamtuutti bidiruudhaan ceʼan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 እሳንስ ገረ ብየ ጌርጌሴኖን እሼ ገላናን ገመ ፉሌ ገሊላት አርገምቱት ብድሩዻን ጬአን። See the chapter |