Luqaas 8:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Kana booddee inni bartoota isaatiin, ?Meerree amantiin keessan?? jedhe; isaan garuu naasuudhaaf dinqifachuudhaan, ?Namni kun eenyu? Innoo qilleensaa fi bishaan in abbooma; isaanis isaaf in abboomamu? waliin jedhan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Barattoota isaas, “Amantiin keessan eessa jira?” jedhee gaafate. Isaanis sodaa fi dinqifannaadhaan, “Namichi bubbee fi bishaan illee ajaju kun eenyu? Isaanis ni ajajamuuf” jedhanii wal gaafatan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 በረቶተሳስ፣ “አመንቲንኬሰን ኤሰ ጅረ?” ጄዼ ጋፈቴ። እሳንስ ሶዳፊ ድንቅፈትናዻን፣ “ነምች ቡቤፊ ብሻንሌ አጀጁ ኩን ኤኙ? እሳንስ ንአጀጀሙፍ” ጄዸኒ ወል ጋፈተን። See the chapter |