Luqaas 8:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Utuu bidiruudhaan ce'aa jiranii, Yesus achuma keessa rafe. Qilleensi jabaan immoo gara bishaanichaatti gad bubbisaa dhufe; bidiruu isaaniittis bishaan itti guutuu jalqabnaan, jireenya isaaniitiif sodaatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Inni utuu isaan bidiruudhaan deemaa jiranuu hirribni qabee rafe. Bubbeen tokkos galaana sana irratti kaʼee, bidiruun sun bishaaniin guutamuu jalqabe; isaanis balaa guddaa keessa seenan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 እን ኡቱ እሳን ብድሩዻን ዴማ ጅረኑ ህርብን ቀቤ ረፌ። ቡቤን ቶኮስ ገላነ ሰነረት ከኤ፣ ብድሩን ሱን ብሻኒን ጉተሙ ጀልቀቤ፤ እሳንስ በላ ጉዳ ኬሰ ሴነን። See the chapter |