Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 8:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

20 Kanaaf namni tokko, ?Haati kee fi obboloonni kee ala dhaabatanii jiru, si arguu barbaadus? ittiin jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

20 Namni tokkos, “Haati keetii fi obboloonni kee si arguu barbaadanii ala dhadhaabatanii jiru” jedhee isatti hime.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

20 ነምን ቶኮስ፣ “ሃትኬቲፊ ኦቦሎትንኬ ስ አርጉ በርባደኒ አለ ዸዻበተኒ ጅሩ” ጄዼ እሰት ህሜ።

See the chapter Copy




Luqaas 8:20

Follow us:

Advertisements


Advertisements