Luqaas 8:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Akkasumas immoo dubartoonni hafuurota hamootaa fi dhukkuba garaa garaattii fayyifaman duukaa in bu'u turan; isaanis Maariyaam ishee Magdalaa kan jedhamtu, ishee hafuuronni hamoonni torba keessaa baafaman; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 dubartoonni hafuurota hamoo fi dhibee irraa fayyifaman tokko tokkos isa wajjin turan; isaanis Maariyaam ishee Magdalaa kan hafuuronni hamoon torba ishee keessaa baʼan, See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዱበርቶትን ሀፉሮተ ሀሞፊ ዽቤራ ፈይፈመን ቶኮ ቶኮስ እሰ ወጅን ቱረን፤ እሳንስ ማርያም እሼ መግደላ ከን ሀፉሮትን ሀሞን ቶርበ እሼ ኬሳ በአን፣ See the chapter |