Luqaas 8:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Lafti gaariin, fakkeenya warra dubbicha dhaga'anii, garaa gaariidhaa fi abboomamaadhaan fudhatanii, rakkina hundumaa obsanii ija godhatanii ti? jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Sanyiin biyyoo gaarii irraa garuu warra garaa tolaa fi gaariidhaan dubbicha dhagaʼanii jabeessanii qabatanii obsaan ija naqatan argisiisa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ሰኚን ብዮ ጋሪራ ገሩ ወረ ገራ ቶላፊ ጋሪዻን ዱብቸ ዸገአኒ ጀቤሰኒ ቀበተኒ ኦብሳን እጀ ነቀተን አርግሲሰ። See the chapter |