Luqaas 8:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Lafti qoraattii, fakkeenya warra dubbicha dhaga'anii, yaaddoon, soorumnii fi qannoon jireenyaa dacha'anii isaan huunaan, ija utuu hin godhatin hudhaatti hafanii ti. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Sanyiin qoraattii keessa buʼes warra dubbicha dhagaʼanii dha; isaanis akkuma karaa isaanii itti fufaniin yaaddoo jireenyaatiin, badhaadhummaa fi qananiidhaan hudhamu; hin bilchaatanis. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ሰኚን ቆራቲ ኬሰ ቡኤስ ወረ ዱብቸ ዸገአኒዸ፤ እሳንስ አኩመ ከራሳኒ እት ፉፈኒን ያዶ ጅሬኛቲን፣ በዻዹማፊ ቀነኒዻን ሁዸሙ፤ ህንብልቻተንስ። See the chapter |