Luqaas 8:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Karaa bukkeen, fakkeenya warra dubbii Waaqayyoo dhaga'anii, yommusumas Seexanni dhufee akka isaan amananii ittiin hin fayyineef, dubbicha garaa isaanii keessaa butatuu ti. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Sanyiin karaa irraa sun namoota dubbicha dhagaʼanii garuu akka isaan amananii hin fayyineef diiyaabiloos dhufee dubbicha garaa isaanii keessaa fudhatuu dha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ሰኚን ከራራ ሱን ነሞተ ዱብቸ ዸገአኒ ገሩ አከ እሳን አመነኒ ህንፈይኔፍ ዲያብሎስ ዹፌ ዱብቸ ገራሳኒ ኬሳ ፉዸቱዸ። See the chapter |