Luqaas 8:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Yesus deebisee, ?Dhoksaa mootummaa Waaqayyoo beekuun isiniif kennameera; warra kaaniif garuu, utuma ilaalanii akka hin arginetti, utuma dhaga'anii akka hin hubannetti, fakkeenyaan in kennama? isaaniin jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Innis akkana jedhe; “Icciitii mootummaa Waaqaa beekuun isinii kennameera; warra kaanitti garuu ani fakkeenyaan nan dubbadha; kunis, “ ‘Akka isaan utuma ilaalanuu hin argineef, utuma dhagaʼanuus, hin hubanneef.’ See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 እንስ አከነ ጄዼ፤ “እጪቲ ሞቱማ ዋቃ ቤኩን እስኒ ኬነሜረ፤ ወረ ካንት ገሩ አን ፈኬኛን ነንዱበዸ፤ ኩንስ፣ “ ‘አከ እሳን ኡቱመ እላለኑ ህንአርግኔፍ፣ ኡቱመ ዸገአኑስ፣ ህንሁበትኔፍ።’ See the chapter |