Luqaas 7:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Anis immoo of irraa nama na abboomu qaba, of jalaas loltuu qaba. Isa tokkoon dhaqi yoon jedhe in dhaqa, isa kaaniinis kottu yoon jedhe in dhufa; naa'oo kootiin kana raawwadhu yoon jedhe in raawwata? jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Ani mataan koo iyyuu nama taayitaa jala jiruu dha; loltootas of jalaa qaba. Isa tokkoon, ‘Deemi’ nan jedha; innis ni deema; isa kaaniin immoo, ‘Kottu’ nan jedha; innis ni dhufa. Tajaajilaa kootiinis, ‘Waan kana hojjedhu’ nan jedha; innis ni hojjeta.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አን መታንኮዩ ነመ ታይታ ጀለ ጅሩዸ፤ ሎልቶተስ ኦፍ ጀላ ቀበ። እሰ ቶኮን፣ ‘ዴም’ ነንጄዸ፤ እንስ ንዴመ፤ እሰ ካኒንሞ፣ ‘ኮቱ’ ነንጄዸ፤ እንስ ንዹፈ። ተጃጅላኮቲንስ፣ ‘ዋን ከነ ሆጄዹ’ ነንጄዸ፤ እንስ ንሆጄተ።” See the chapter |