Luqaas 7:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Kanaafis ani ofii koo si bira dhufuun akka anaaf ta'utti of hin lakkoofne; achumaa dubbii tokkicha duwwaa dubbadhu, naa'oon koos in fayya. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Sababiin ani ofii koo akka nama gara kee dhufuun maluufitti hin ilaaliniif iyyuu kanuma. Garuu dubbicha qofa dubbadhu; tajaajilaan koo ni fayyaatii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ሰበቢን አን ኦፊኮ አከ ነመ ገረኬ ዹፉን መሉፍት ህንእላልኒፍዩ ከኑመ። ገሩ ዱብቸ ቆፈ ዱበዹ፤ ተጃጅላንኮ ንፈያቲ። See the chapter |